HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Licencia: Gratis ‎Tamaño del archivo: 4.19 MB
‎Calificación de usuarios: 0.0/5 - ‎0 ‎Votos

acerca de HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo es equivalente a Riddle en inglés, casi :) Hiibboo o Riddle es una forma de juego de adivinanzas que ha sido parte del folclore de la mayoría de las culturas de la Antiguedad. La aplicación contiene algunas preguntas Hiibboo en idioma Afan Oromo. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Por favor, calificar nuestra aplicación en la tienda de Google Play. Gracias por descargar,